Sokossa/self Communication Poem Rhyme Scheme and Analysis
Rhyme Scheme: ABBBBBBCADEBCFBBGHBD IBJBGFCFDBBBEBJFBBDD| SOKOSSA HUMNA QABU | A |
| Natti Hasaasa | B |
| guyyaas ta'e halkan keessa | B |
| gurrakootti nasokossa | B |
| Natti hasaaseetu odeessa | B |
| suuta jedhee natti ususa | B |
| Waa jedhee waa hindhiisu | B |
| sitti himeeraa sihaaga'u | C |
| jedhee narraa hindeebi'u | A |
| Sana fidee kanas fidee | D |
| natti hasaasaa oolee bulee | E |
| gurrakootti na sokossee | B |
| hasaasisa cire dibbee gurrakoo | C |
| Maali jamaa maaltu dhufe | F |
| waci namaaf kan bineensaa | B |
| hammana hin cimu humnisaa | B |
| Garuu sokossa sammuu | G |
| hasaasa yaadaa dandamachuun nayaaddesseen of nyaadhe | H |
| Sana ta'iif kana dhiisi | B |
| waayyaannee fi halbaadhettii | D |
| jechuun gurra natti duucha | I |
| Hasaasee natuffata takkas na faarsa | B |
| ta'us humnaan dhufee natti seenee | J |
| na waraana sagaleensaa | B |
| Dheekkamsoofi tuffiin namaa | G |
| humna dhabnaan dhaga'amuuf | F |
| kan yaadakoof xiinsammuukoo | C |
| nan dadhabe jalaa usuuf | F |
| sokossa sagalee caalutu | D |
| natti wacee nagidirse | B |
| Hasaasa humna qabeessa | B |
| xiinsammuun koo natti hasaase | B |
| sagaleessuu natti caalee | E |
| gurra keessaa natti wace | B |
| dhaamsa dhaamee naan godaane | J |
| Ana keessaa godaanuummoo balfe | F |
| waan waabuusu nabaachisee | B |
| kan waa hin buusneef na gidirsaa | B |
| Addunyaa keessaa hin godaanne keessatti | D |
| keessakoo faarsi jeji tuffadhu jibbi balfi jechaa ofiin nahaasofsiisa Ijoo Namni yaada | D |
Mekbib Sms Qaroo
(C) All Rights Reserved. Poem Submitted on 10/01/2019
(1)
Poem topics: , Print This Poem , Rhyme Scheme
Previous Poem
Next Poem
About Sokossa/self Communication
Sokossa/self Communication is a poem by Mekbib Sms Qaroo. This page includes the poem text, poet information, related topics, comments, and similar poems.
Write your comment about Sokossa/self Communication poem by Mekbib Sms Qaroo
Best Poems of Mekbib Sms Qaroo